Oromia Education Bureau Telegram channel photo

Oromia Education Bureau

Get the latest Education News, Exam schedules, Policy Updates, and others announcements. #OEB #BBO

219.8k (219,778 subscribers)
Members
โ€”
Rating
50
Total Posts
Sep 25, 2026, 11:12 AM
Updated
Mar 29, 2026
Created
Stats

You are viewing English content. To see content in other languages, change the language of the site.

Channel Information

Channel Information
Channel NameOromia Education Bureau
Username@OromiaEducationBureauOfficial
CategoryGovernment Exams
LanguageEnglish
CountryUnited States
Members219,778
Channel TypePublic Channel
CreatedMar 29, 2026
Last UpdatedSep 25, 2026 โ€ข yesterday
StatusActive

Ranking

Global Ranking
#55220+346
Language Ranking
#11774+82
Category Ranking
#140+3

Participant Growth (Last 20 Days)

Total: 219.8K
24h growth: +422 0%
03/2904/0404/2106/1507/2608/1709/1609/25

Latest Posts

Oromia Education Bureau

Sep 11, 2026, 06:59

Video
#Beeksisa #Barattoota_Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qabxii Yunivarsiitii Isaan Galchu Galmeessisan Hundaaf:
BBO - Hagayya 28/2018 Barattootni Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 fudhachuun qabxii Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo/Yunivarsiitii Isin Seensisuu Danda'u/Dabartan/ Yunivarsiitii Keessatti Barachuu Barbaaddan Online'n Liinkii Asii Gaditti Kenname Banuun Hagayya 28/2018 Hanga Qaammee 5/2018 Akka Filattan Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Beeksiseera.
Liinkichis:- https://student.ethernet.edu.et/
#Hubachiisa:- Barattootni sababa fayyaan walqabate , qaama miidhamtootni, lakkuuwwan saalan tokko ta'aniifi haati daa'ima ji'a 6 gadii hoosiftu ragaa seera qabeessa ta'een walqabsiisanii akka filatan jedhameera.

๐Ÿ’™ ๐Ÿ’ 
๐Ÿ’™ https://t.me/OromiaeducationbureauCenter ๐Ÿ’ 

| https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa|๐Ÿ“ฑ https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa https://whatsapp.com/channel/0029VaAAvFq7IUYa2Tpk7t2f๐Ÿ“ฑ https://whatsapp.com/channel/0029VaAAvFq7IUYa2Tpk7t2f https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau๐Ÿ“ฑ https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau|๐Ÿ“ฑ| https://t.me/bekerdotcombot๐Ÿค– https://t.me/bekerdotcombot|
73,40000159
Oromia Education Bureau

Jul 23, 2026, 06:22

Photo
#Muuxannoo_Babal'achuu Qabu.
Mirgi Barachuu Daa'immanii Mana Barnootaatti Simachuu Qofaan Hin Daangeffamu.
-----------
BBO - Adoolessa 13/2018 Mirgi Barachuu daa'immanii gara mana barnootaa erguufi simachuu qofaan kan daangeffamu otuu hin taane, daa'imman gara mana barnootaatti ergaman maatiin hanga mana barnootaatti hordofuun deeggarsa maatii irraa eegamu bahuu dirqama qaba.
Haaluma walfakkaatuun, daa'imman maatiin gara mana barnootaa ergan simachuu qofti mirgi barachuu daa'immanii kabajame jechuun hin danda'amu. Hojiin inni guddaan daa'imman gara mana barnootaa dhufan mala barnootaa saayinsaawaa ta'etti fayyadamuun kennama uumamaa daa'imman keessatti argamu, gahumsa sammuufi ogummaa isaan keessa jiru adda baasuun barnootaan akka dagaagfatan deeggaruudha.

Daa'imman kennama uumamaan qaban ofkeessaa baasanii akka fayyadaman deeggaruun egeree isaanii akka ogummaa isaaniitti dorgomtoota ciccimoofi gahumsa olaanaa akka horatan deeggaruun murteessaadha.

Haaluma kana bu'uureeffachuun Biiroon Barnootaa Oromiyaa daa'imman bu'uura irraa gahumsaan akka guddatan sirna barnootaa Barnoota Bu'uura Boruu qopheessuun waggoota 4n darban keessatti hojiirra oolchee jira.

Barnootni Bu'uura Boruu/Preprimary Education/ yeroo ammaa kana daa'imman bu'uura irraa gahomsuu irratti akkuma mootummaan irratti xiyyeeffate, abbootiin qabeenyaa barnoota irratti hirmaataa jiranis bu'aa maallaqaan argatan caalaa dhaloota ceesisuu irratti xiyyeeffatanii hojjataa jiran heddumminaan mul'ataniiru.

Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu dhuunfaa/abbootii qabeenyaa keessaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sandaafaa Bakkeetti Mana Barnootaa "#NUUN_AKKAADAAMII" Adoolessa 12/2018 daa'imman barnoota Bu'uura Boruu/Preprimary Education/ xumuruun gara kutaa 1ffaa darban bakka hoggansi magaalichaafi hoggantootni waajjira barnootaa kutaa magaalaafi miseensotni boordii mana barnootichaa argamanitti Galma Yunivarsiitii Poolisii Itoophiyaatti eebbisiisaniiru.
Walitti qabaan boordii MB "Nuun Academy" Dr. Tasfaayeen haasawa taasisaniin, Manni barnootaa isaanii dhaloota ceesisuuf kan hundaa'e malee barnootaan daldalee bu'aa hammaarrachuuf akka hin taane dubbataniiru. Manni barnootichaa dhalattoota naannawa kanaatin kan hundaa'e yoo ta'u, ijoollee hawaasa isaan guddisee gahomsuuf dursa kan kennan ta'uun dubbatameera.

Daa'imman eebbifaman kunniin /hundumtuu/ barnoota dandeettiifi kennama uumamaa isaanii irratti hundaa'un barachaa turaniin barsiisota isaanii waliin ta'uun maatiifi hirmaattota sirna eebbaarratti argamaniin gochaan/ta'uun/ agarsiisaa adda addaa daawwachiisaa oolaniiru.
#Kunismannibarnootichaafi_barsiisotni daa'imman simatanii turan dursanii kennama uumamaa daa'imman keessa jiru adda baasuun akka dagaagfatan gahumsaan kan gargaaran ta'uu agarsiisa.

Manni Barnootaa Nuun Akkaadaamii/#NuunAcademy/ bara barnootaa kanatti daa'imman #maatiinharkaqalleeyyiita'an 18 bilisaan barsiisaa kan tureefi fuulduras lakkoofsa kana kan olguddisan ta'uu #hoggantuunmanabarnootichaa Aadde Haannaa Xilaahun beeksisaniiru.

๐Ÿ’™ ๐Ÿ’ 
๐Ÿ’™ https://t.me/OromiaeducationbureauCenter ๐Ÿ’ 

| https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa|๐Ÿ“ฑ https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa| https://whatsapp.com/channel/0029VaAAvFq7IUYa2Tpk7t2f๐Ÿ“ฑ https://whatsapp.com/channel/0029VaAAvFq7IUYa2Tpk7t2f| https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau๐Ÿ“ฑ https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau|๐Ÿ“ฑ| https://t.me/bekerdotcombot๐Ÿค– https://t.me/bekerdotcombot|
47,10000143
Oromia Education Bureau

Jul 23, 2026, 06:22

Photo
Mootummaa Naannoo Oromiyaa qulqullina barnootaa mirkaneessuun ce'umsa sirna barnootaa bu'uuraa dhugoomsuuf riifoormii bal'aa gaggeessaa jira - https://t.me/OromiaeducationbureauCenter, ( https://t.me/OromiaeducationbureauCenter)

Yaa'ii Idilee Caffee Oromiyaa irratti gaaffiilee miseensota Caffee irraa ka'aniif deebii kan kennan hoogganaan biirichaa kaayyoon mootummaa carraa barnootaa babal'isuu qofa osoo hintaane, dhaloota beekumsa, naamusa, kalaqaafi dandeettii dorgommii addunyaa qabu horachuudha jedhan. Bu'uuruma kanaan, sirni barnootaa beekumsa xabboo hawaasaafi duudhaa Oromoo of keessatti hammachuun naamusaafi eenyummaa barattootaa cimsaa jiraachuu eeran.

Hojiin qulqullina barnootaa irratti gaggeeffamaa jiru bu'aa jajjabeessaa galmeessisaa jiraachuu kan himanii Kab. Dok. Tolaan, riifoormiin mootummaa kun bu'uuraalee barnootaa cimsuu, gahumsa barsiisotaa fooyyessuu, sirna baruufi barsiisuu ammayyeessuufi dhaloota saayinsii, teeknooloojii, akkasumas kalaqaan dorgomu horachuu irratti xiyyeeffatee hojjetamaa jiraachuu ibsan. Hojiiwwan kun naannoolee biroofillee fakkeenya gaarii ta'aa jiraachuu kan himan yoota'u, mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti barnoonni utubaa misoomaa, ce'umsa dinagdeefi mootummaa ammayyaa ijaaruu ta'uun xiyyeeffannoo olaanaa argatee itti fufee kan hojjetamu ta'uu addeessan.

https://t.me/OromiaeducationbureauCenter ๐Ÿ’ 
32,50000116

Showing 30 of 50 posts

Rating

Login required

Frequently Asked Questions

What is the Oromia Education Bureau Telegram channel about?+

Oromia Education Bureau (@OromiaEducationBureauOfficial) is a Telegram channel in the Government Exams category. Get the latest Education News, Exam schedules, Policy Updates, and others announcements. #OEB #BBO

How do I join Oromia Education Bureau (@OromiaEducationBureauOfficial) on Telegram?+

Open the channel profile on tgdio, then use the Join / Open in Telegram button to go to @OromiaEducationBureauOfficial in the Telegram app or web client and subscribe for free.

Is Oromia Education Bureau a good Government Exams channel to follow?+

On tgdio you can check Oromia Education Bureau's rating, user reviews, ranking, and latest posts before joining. It currently lists about 219,778 subscribers on tgdio. Compare it with similar Government Exams channels in the same category.

Where can I see Oromia Education Bureau stats and latest posts?+

On tgdio, open the @OromiaEducationBureauOfficial channel page for subscriber stats, ranking, ratings, and recent posts. Use the Stats link on the profile for deeper growth and activity charts.