🌸AFFEERRA DA’WAA MARSA 12ffaa🌸
🕌 Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu
🤍Akkam jirtu obboleewwan koo? 🥰
Ammas oduu gammachiisaa isiniif qabadhee dhufeera. 🌹
💐 SAGANTAA DA’WAA: “DUBARTOOTAA FI SATRII” 💐
📝 Sagantaan kun dhiiraa fi dubartoota keenya hundaaf kan ilaallatu ta’us, addatti dubartoota keenyaaf xiyyeeffannoo guddaa qaba. 🌸
🤗 Kanaafuu, sagantaa bareedaa, barsiisaa fi bu’a qabeessa kana akka isin hin dabarre kabajaan isin affeerra. 🥰
💎 “HIJAABNI FAAYA FI MIIDHAGINA DUBARTII MUSLIMAA TI.” 🌷
🎙️ Dhiheessaan Sagantaa:
🌸Sheikh Yasin Sani 🌸
📅 GUYYAA: Sanbata Xiqqaa
(Qidaamee) Galgalaa 🌹
☀️ Hagayyaa 30, 2018
☀️ September 5, 2026
☀️ Rabii’ul Awwal 23, 1448
⏰ SA’AATII: 🇪🇹 3:00 / 🇸🇦 9:00
📌 IDDOO: 📲 Chanaalii Telegram “Caayaa Diinaal Islaam” irratti 🥰
❤️ Obboleewwan koo, sagantaa kana irratti hirmaadhaa!
📲 Hiriyoota, maatii fi namoota isin jaallattanitti qoodaa. 🤲 Ajrii isaa irraa qooda haa qabaannu!
🥰 Isin jaaladha; Rabbiin isin haa jaallatu.
📲 Chaanalii keenya hordofaa:👇








